Yaa’ii Ariifachiisaa 11ffaa fi Yaa’ii Waliigalaa 20ffaan Abbootii Aksiyoonaa – Mudde 19, 2017

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Yaa'ii Ariifachiisaa 11ffaa fi Yaa'ii Waliigalaa 20ffaa Abbootii Aksiyoonaa, Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeesse. Taatee guddaa fi seena qabeessi kun,…

Ijaarsa Gamoo Adaamaa Jalqabsiisuu – Mudde 19, 2017

Baankiin Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa ijaarsa Gamoo Adaamaa ifatti jalqabsiise.Gamoon kun, ijaarsa ammayyaawaa fi dheerinaanis abbaa darbii 13 akkasumas beezimantii 3 qabu ta’ee akka magaalattiitti…

Kabaja Guyyaa Waldaalee Hojii Gamtaa – Mudde 18, 2017

Baankiin Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa, Mudde 18, 2017 A.L.I tti, Guyyaa Waldaalee Hojii Gamtaa 6ffaa kabajuun, gahee baankichi waldaalee hojii gamtaa deeggaruu fi guddina hawaas-dinagdee keessatti…

ጠቅላላ ጉባኤ ላይ የተካሄደው የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት የምርጫ ወጤት

  የባለአክሲዮኖች_መደበኛ_ጠቅላላ_ጉባኤ_  

በባንኩ መመስረቻ ጽሑፍ ላይ የቀረበ የማሻሻያ ሀሳብ ረቂቅ

የማሻሻያው ምክንያት የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ በሰኔ ወር 2016 ዓ.ም ባደረገው የህግ እና ቁጥጥር ሪፎርም ባንኮች የተለያዩ የአሰራር እና አስተዳደር ለውጦችን እንዲያደርጉ የሚያስገድዱ ድንጋጌዎችን የያዙ መመሪያዎችን አውጥቷል፡፡ በተለይም የባንክ ቦርድ አወቃቀር፣ ኃላፊነቶችና ተግባራት እንዲሁም በአጠቃላይ…

Wixinee Barreeffama Hundeeffamaa Baankichaa Fooyyessuuf Dhiyaate.

  Sababa fooyya’iinsaa Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa riifoormii seeraa fi to’annoo Waxabajjii bara 2016 taasiseen qajeelfamoota baankonni jijjiirrama hojmaataa fi bulchiinsaa akka…

ለኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ.ማ ባለአክሲዮኖች የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት ጥቆማ እና ምርጫ መስፈርት እና የጥቆማ ስነ-ስርዓትን ስለማሳወቅ

በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ የባንኮች አስተዳደር መመሪያ ቁጥር SBB/91/2024 አንቀጽ 9.3 መሰረት የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት ጥቆማና ምርጫ መስፈርት ምርጫ ከሚካሄድበት ጠቅላላ ጉባዔ አንድ ወር አስቀድሞ ለባለአክሲዮኖች መገለፅ እንዳለበት ይደነግጋል፡፡ በመመሪያው አንቀጽ 9.4 መሰረት ደግሞ የጥቆማ…

Waamicha Yaa’ii Ariifachiisaa 11ffaa Abbootii Aksiyoonaa fi Yaa’ii Waliigalaa Idilee 20ffaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (W.A)

Bu’uura Seera Daldalaa R.F.D.I keewwata 366(1), 367(1) fi keewwata 370 akkasumas Barreeffama Hundeeffamaa baankichaa keewwata 17(1) fi 18(1)tti Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa(W.A) Yaa’ii…