News

Abbootii Aksiyoonaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa(W.A) naamusaa fi ulaagaalee eeriinsaa fi filannoo miseensota boordii beeksisuu

Akka maxxansaalee gaazexaa Addis Zamanii fi Ripportaraa Sadaasa 8, bara 2017 irratti Ibsametti, akkaataa qajeelfama bulchiinsa baankolee Baankii Biyyoolessaa Itoophiyaa Lakk. SBB/91/2024 Keewwata 9.3tti ulaagaalee eerinsaa fi filannoo miseensota boordii yaa’ii waliigalaa filannoon irratti taasifamu ji’a tokkoon dura abbootii aksiyoonaaf akka ibsamuu qabu ajaja/tuma. Akkaataa qajeelfamichaa keewwata 9.4tti ammo naamusni eeriinsaas guyyaa yaa’ichaatiin dura abbootii aksiyoonaaf ibsamuu qaba. Akkaataa qajeelfama kanaan, imaammataa fi pirosiijara baankichaatiin, boordiin daayrektarootaa baankichaa, abbootii aksiyoonaa baankichaa, hojjattootaa fi kaadhimamtoota bilisaafi walitti dhiheenya hin qabne keessaa daayrektaroota filataman irraa hundaa’a. Haaluma kanaan naamusnii fi ulaagaaleen eerinsaa fi filannoon miseensota boordii baankichaa akka armaan gaditti kan dhiyaate yommuu ta’u, abbootiin aksiyoonaa yaa’ii waliigalaa idilee waggaa 20ffaa Mudde 12, 2017 taa’amu irratti argamuun, miseensota boordii ulaagaalee barbaachisoo guutanii fi gahumsa qaban akka eeranii fi filatan waamicha keenya dhiheessina.

  1. Miseensa boordii daayrektarootaa baankichaa ta’uun filatamuuf ulaagaaleen kaadhimamtoonni guutuu qaban:

1.1. Ulaagaa Waliigalaa

Namni miseensa boordii baankichaa ta’ee filamuuf eeramu, seerota raawwatamoo ta’an, qajeelfamoota Baankii Biyyoolessaa fi damboota keessoo baankichaa irratti ulaagaalee madaallii gahumsaa fi fudhatamaa kaa’aman, (fitness and propriety criteria) guutuu qaba.

1.2. Ulaagaalee bal’inaan

Abbaan aksiyoonaa dhuunfaattis ta’ee waldaalee yookaan dhaabbilee qaamni seerummaa kennameef bakka bu’ee miseensummaa boordii baankichaatiif abbaan aksiyoonaa eeramu, akkasumas hojjataa fi kaadhimamaan bilisaa fi walitti dhufeenya hin qabne, (Independent Directors) ulaagaalee kana guutuu qaba.

  1. Amanamaa, kan haqaan bulu, hojii irratti cimaa, maqaa gaarii kan qabu, malaa maluun, amanamuu diduun, ibsa herreegaa dharaa dhiyeessuunii fi akkaataa seera raawwatamuu danda’uuni fi yakka miseensummaa boordiif gahumsa akka hin qabaanne taasisuun, balleessaadha jedhamee kan itti hin muramne.
  2. Sababa kisaaraatiin qabeenyi isaa idaa bakka buusuuf kan jalaa hin fudhatamne, liqii baankii kaffaluu dadhabuun kan qabeenyi jalaa hin gurguramne, dhaabbanni inni hoogganu, yookaan kan daayrektarummaan gaggeessu liqii dhaabbilee faaynaansii irraa liqeeffate kaffaluu dhabuun liqiin isaa gara sadarkaa liqii hin milkoofnetti kan duraa hin ceene.
  3. Galaan/maallaqni gahaan odoo hin jiraatiin cheekii kennee herreegni kan jalaa hin cufamne akkasumas gibira kaffaluu diduun himatamee balleessaa ta’uun kan itti hin mirkanoofne.
  4. Ittigaafatama isaa haala gaariin bahuuf yeroo gahaa kan qabu.
  5. Yaada ofii bilisaan kan ibsatu fi dhimmoota walitti bu’iinsa faayidaa uumuu danda’an kan maqsu.
  6. Dhaabbilee lakkoofsaan afurii ol ta’aan keessatti daayrektarummaa boordiin kan hojjachaa hin jirree fi dhaaba faaynaansii kan biraa keessatti miseensummaa boordiin yookaan hojjataa ta’uun kan tajaajilaa hin jirre.
  7. Umuriin isaa waggaa 30 gadi kan hin taane waggaa70 kan hin caalle.

1.3.Abbootii aksiyoonaa baankichaa, Hojii Raawwachiisaa Olaanaa baankii fi itti aantota Hojii Raawwachiistota Olaanoo baankichaa fi hojjattoota keessaa kan kaadhimamtoota eeramaniif ulaagaalee dabalataa kaa’aman

Olitti Lakk. 1.1 fi 1.2 jalatti kan kaa’amanitti dabalataan kaadhimamaan abbaa aksiyoonaa yookaan hojjataa ta’e tokko:

  1. Sadarkaa barnootaa dhaabbata barumsaa beekamaa irraa yoo xiqqaate digrii jalqabaa fi kan isa gitu kan qabuu fi toora ogummaa hojichaaf barbaachisummaa qabu(baankii yookaan faaynaansii, bulchiinsa riiskii, qabiisa herregaa, bulchiinsa hojii daldalaa, Ikonomiksii, seera, hojii odiitii, teknoloojii odeeffannoo, bulchiinsa investimantii, sastenebilitii fi ogummaa wal fakkaatuun muuxannoo yoo xiqqaate waggaa 7 gadi hin taane qabu, fi
  2. Yaa’ii filannoon irratti taasifamu dura waggoota lama baankichatti abbaa aksiyoonummaan kan galmaa’ee ture ta’uu qabaata.

1.4. Daayrektaroota kaadhimamoo bilisaa fi walitti dhufeenya hin qabne 

Akkaataa qajeelfama bulchiinsa baankolee, Baankii Biyyoolessaatti boordiin hojiirra jiru qajeelfama keewwata 2.9n akkasumas Lakk. qajeelfamaa SBB/89/2024 keewwata 2.8 fi 5.1.2 jalatti ulaagaalee tarreeffamaniin kaadhimamtoota boordii bilisaa fi walitti dhufeenya hin qabne adda baasuun tartiiba isaanii koree eerinsaa fi filachiistuu yeroodhaaf hundaa’eetti kan dabarsu yommuu ta’u, koreen ammo tartiiba kana yaa’iitti dhiheessee, filannoon daayrektarootaa ni taasifama. Namni lammummaan Itoophiyaa hin taane daayrektara bilisaa fi walitti dhufeenya hin qabne ta’ee filatamuu ni danda’a.

  1. Naamusa eeruu miseensota boordii

2.1. Koree yeroodhaaf hundeessuun

yaa’ii waliigalaa filannoon miseensota boordii irratti taasifamu irratti ajandaa jalqabaa kan ta’u, adeemsi eeruu fi filannoo otoo hin jalqabamin dura, adeemsa isaa kan gaggeessuu fi kan qindeessu koree eeruu fi filannoo miseensota boordii hundeessuudha. Koreen kan hundaa’u akkaataa qajeelfama Baankii Biyyoolessaa keessa taa’een miseensota koree yaa’ichaan filuun ta’a.

2.2. Naamusni eerinsaa

adeemsa eeruu fi naamusa miseensota boordii waliin walqabatee, qabxiileen ijoo armaan gadii ilaalcha keessa galuu qabaatu.

  1. Miseensonni boordii abbootii aksiyoonaa dhiibbaa uumuu hin dandeenyeen eeramanii, abbootii aksiyoonaa kanaan filataman, abbootii aksiyoonaa hundaan eeramanii abbootii aksiyoonaa hundaan kan filataman, akkasumas boordichaan eeramanii abbootii aksiyoonaa hundaan kan filataman kaadhimamtoonni daayrektaroota bilisaa fi walitti dhufeenya hin qabne ta’u.
  2. Eerinsa kaadhimamtoota bilisaa fi walitti dhufeenya hin qabne, otoo hin dabalatiin, eerinsii fi filannoon kan taasifamu gaafa yaa’ichaa ta’a.
  3. Abbaan aaksiyoonaa baankichaa, ofii isaa yookaan abbootii aksiyoonaa biroo fi hojjattoota kaadhimamummaa miseensummaa boordiif eeruu ni danda’a.
  4. Koreen eerinsaa fi filannoo miseensota boordii yeroodhaaf hundaa’u miseensummaa boordiif nama eeruu hin danda’u.
  5. Yommuu eerumsi taasifamu, boordichi saala, sadarkaa barumsaa fi muuxannoon hojii haala wal madaaluun wal keessa makamuu akka qabu ilaalcha keessa galchuu qabaata.
  6. Abbootiin aksiyoonaa sadarkaa barnootaa, muuxannoo hojii fi dhimmoota biraa nama dhuunfaa yookaan nama dhaabbata qaama seerummaa qabu bakka bu’uun eeran, kan ilaaluun ragaa sirrii fi gahaa ta’e kennuu qabu.

Hubachiisa

  • Olitti saala dhiiraatiin kan ibsame dubartiidhaafis ni tajaajila,
  • Miseensota boordii waliigalaa keessaa yoo xiqqaate lama dubartoota ta’uu qabu.

 


ለኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ.ማ ባለአክሲዮኖች የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት ጥቆማ እና ምርጫ መስፈርት እና የጥቆማ ስነ-ስርዓትን ስለማሳወቅ

ኅዳር 8፣ 2017 ዓ.ም በወጡት የአዲስ ዘመን እና ሪፖርተር ጋዜጣ እትሞች ላይ እንደተመለከተው፣ በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ የባንኮች አስተዳደር መመሪያ ቁጥር SBB/91/2024 አንቀጽ 9.3 መሰረት የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት ጥቆማና ምርጫ መስፈርት ምርጫ ከሚካሄድበት ጠቅላላ ጉባዔ አንድ ወር አስቀድሞ ለባለአክሲዮኖች መገለፅ እንዳለበት ይደነግጋል፡፡ በመመሪያው አንቀጽ 9.4 መሰረት ደግሞ የጥቆማ ስነ-ስርዓቱም ከጉባዔው ቀን በፊት ለባለአክሲዮኖች መገለጽ አለበት፡፡ በመመሪያው እና በባንኩ ፖሊሲ እና ፕሮሲጀር መሰረት የባንኩ ዳይሬክተሮች ቦርድ ከባንኩ ባለአክሲዮኖች፣ ሠራተኞች እና ነጻና ገለልተኛ ከሆኑ ዕጩዎች ውስጥ ከሚመረጡ ዳይሬክተሮች ይዋቀራል፡፡ በዚሁ አግባብ የባንኩ የቦርድ አባላት ጥቆማ እና ምርጫ መስፈርቶች እና የጥቆማ ስነ-ስርዓቱ እንደሚከተለው የቀረበ ሲሆን ባለአክሲዮኖችም ታህሳስ 12 ቀን 2017 ዓ.ም በሚያካሄደው 20ኛ የባለአክሲኖች መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ በመገኘት አስፈላጊውን መስፈርቶች የሚያሟሉ እና ብቁ የሆኑ የቦርድ አባላትን እንዲጠቁሙና እንዲመርጡ ጥሪያችንን እናቀርባለን፡፡

  1. የባንኩ ዳይሬክተሮች ቦርድ አባል ሆኖ ለመመረጥ ዕጩዎች ማሟላት ያለባቸው መስፈርቶች

       1.1 አጠቃላይ መስፈርት

የባንኩ ዳይሬክተሮች ቦርድ አባል ሆኖ ለመመረጥ የሚጠቆም ሰው ተፈጻሚነት ባላቸው ሕጎች፣ በብሔራዊ ባንክ መመሪያዎች እና በባንኩ የውስጥ ደንቦች ላይ የተቀመጡ የብቃት እና አግባብነት መመዘኛ መስፈርቶችን (fitness and propriety criteria) ማሟላት አለበት፡፡

      1.2 ዝርዝር መስፈርቶች

ማንኛውም በግልም ሆነ በህግ የሰውነት መብት የተሰጣቸውን ማህበራት ወይም ተቋማትን ወክሎ ለባንኩ የቦርድ አባልነት የሚጠቆም ባለአክሲዮን፣ እንዲሁም ሠራተኛ እና ነጻ እና ገለልተኛ የሆነ ዕጩ (Independent Directors) የሚከተሉትን መስፈርቶች ማሟላት ይኖርበታል፡፡

ማንኛውም በግልም ሆነ በህግ የሰውነት መብት የተሰጣቸውን ማህበራት ወይም ተቋማትን ወክሎ ለባንኩ የቦርድ አባልነት የሚጠቆም ባለአክሲዮን፣ እንዲሁም ሠራተኛ እና ነጻ እና ገለልተኛ የሆነ ዕጩ (Independent Directors) የሚከተሉትን መስፈርቶች ማሟላት ይኖርበታል፡፡

  1. ታማኝ፣ ሀቀኛ፣ ታታሪ፣ መልካም ስምና ዝና ያለው፤ በማጭበርበር፣ እምነት በማጉደል፣ ትክክለኛ ያልሆነ የሂሳብ መግለጫ በማቅረብ እና ተፈፃሚነት ባለው ህግ መሠረት ለቦርድ አባልነት ብቁ በማያደርግ ተመሳሳይ ወንጀል ጥፋተኝነቱ ያልተረጋገጠ፣
  2. በኪሳራ ምክንያት ንብረቱ ለዕዳ ማቻቻያነት ያልዋለ፣ የባንክ ብድር ባለመክፈሉ ምክንያት ንብረቱ በሐራጅ ያልተሸጠ፤ የሚመራው ወይም ዳይረክተር የሆነበት ድርጅት ከገንዘብ ተቋማት የተበደረውን ገንዘብ ባለመክፈሉ ብድሩ ወደ ጤናማ ያልሆነ የብድር ደረጃ ያልገባበት፣
  3. በቂ ስንቅ/ገንዘብ ሳይኖር ቼክ ሰጥቶ ሂሳቡ ያልተዘጋበት፣ እንዲሁም ግብር ባለመክፈል ተከሶ ጥፋተኛ ያልተባለ፣
  4. ኃላፊነቱን በአግባቡ ለመወጣት የሚያስፈልገውን በቂ ጊዜ ያለው፣
  5. የራሱን ሃሳብ በነፃነት የሚያራምድ እና የጥቅም ግጭት ሊያስነሱ የሚችሉ ነገሮችን የሚያስወግድ፣
  6. ከአራት በላይ በሆኑ ተቋማት ውስጥ በቦርድ ዳይሬክተርነት እየሰራ ያልሆነ፣ እና በሌላ የፋይናንስ ተቋም የዳይሬክተሮች ቦርድ አባል ወይም ሰራተኛ ያልሆነ፣
  7. ዕድሜው ከ30 ዓመት ያላነሰ ከ70 ዓመት ያልበለጠ፣

1.3.ከባንኩ ባለአክሲዮኖች ከባንኩ ዋና ስራ አስፈጻሚ እና ምክትል ዋና ስራ አስፈጻሚዎች እና ሠራተኞች ውስጥ ለሚጠቆሙ ዕጩዎች ተጨማሪ መስፈርቶች

ከላይ በተ.ቁ 1.1 እና 1.2 ስር ከተቀመጡት በተጨማሪ ባለአክሲዮን ወይም ሠራተኛ የሆነ ዕጩ፡-

  1. ከታወቀ የከፍተኛ ትምህርት ተቋም ቢያንስ የመጀመሪያ ድግሪ ወይም ተመጣጣኝ የትምህርት ደረጃ ያለው እና ለሥራው ተፈላጊነት ባለው የሙያ ዘርፍ (በባንኪንግ ወይም በፋይናነስ፣ በአደጋ ስጋት(ሪስክ) አስተዳደር፣ በሂሳብ አያያዝ፣ በንግድ ሥራ አስተዳደር፣ በኢኮኖሚክስ፣ በሕግ፣ በኦዲት ስራ፣ በመረጃ ቴክኖሎጂ፣ በኢንቨስትመንት አስተዳደር፣ በዘላቂነት /Sustainability/ እና በተዛማጅ የሙያ ዘርፍ ቢያንስ ከሰባት (7) ዓመታት ያላነሰ የሥራ ልምድ ያለው፣ እና
  2. ምርጫው ከሚካሄድበት ጉባዔ አስቀድሞ ባሉት ሁለት ተከታታይ ዓመታት በባንኩ ባለአክሲዮንነት ተመዝግቦ የቆየ መሆን አለበት፡፡

1.4. ነጻና ገለልተኛ የሆኑ ዕጩ ዳይሬክተሮች

በብሔራዊ ባንክ የባንኮች አስተዳደር መመሪያ መሰረት ስራ ላይ ያለው ቦርድ በመመሪያው አንቀጽ 2.9፣ እንዲሁም በመመሪያ ቁጥር SBB/89/2024 አንቀጽ 2.8 እና 5.1.2 ስር በተቀመጡ መስፈርቶች መሰረት ነጻና ገለልተኛ የሆኑ የቦርድ ዕጩዎችን በመመልመል ዝርዝራቸውን ለጊዜያዊ የጥቆማ እና አስመራጭ ኮሚቴ የሚያስረክብ ሲሆን ኮሚቴው ደግሞ ዝርዝሩን ለጉባዔው አቅርቦ የዳይሬክተሮቹ ምርጫ ይከናወናል፡፡ በዜግነት ኢትዮጵያዊ ያልሆነ ሰው የባንኩ ነጻና ገለልተኛ ዳይሬክተር ሆኖ መመረጥ ይችላል፡፡

  1. የቦርድ አባላት ጥቆማ ስነ-ስርዓት
    • ጊዜያዊ ኮሚቴ ማቋቋም

የቦርድ አባላት ምርጫ በሚካሄድበት ጠቅላላ ጉባዔ ላይ የመጀመሪያ አጀንዳ የሚሆነው የጥቆማ እና ምርጫ ሂደቱ ከመጀመሩ በፊት ሂደቱን የሚመራ እና የሚያስተባብር ጊዜያዊ የቦርድ አባላት የጥቆማ እና አስመራጭ ኮሚቴን ማቋቋም ነው፡፡ ኮሚቴው የሚቋቋመው በብሔራዊ ባንክ መመሪያ ውስጥ በተቀመጠው አግባብ የኮሚቴ አባላቱን በጉባዔው በመምረጥ ይሆናል፡፡

  • የጥቆማ ስነ-ስርዓት

ከቦርድ አባላት የጥቆማ ሂደት እና ስነ-ስርዓት ጋር ተያይዞ የሚከተሉት ዋና ዋና ነጥቦች ከግንዛቤ ሊወሰዱ ይገባል፡፡

  1. የቦርድ አባላቱ ተጽዕኖ ፈጣሪ ባልሆኑ ባለአክሲዮኖች ተጠቁመው በእነዚሁ ባለአክሲዮኖች የሚመረጡ፤ በሁሉም ባለአክሲዮኖች ተጠቁመው በሁሉም ባለአክሲዮኖች የሚመረጡ፤ እንዲሁም በቦርዱ ተጠቁመው በሁሉም ባለአክሲዮኖች የሚመረጡ ነጻና ገለልተኛ የሆኑ ዕጩ ዳይሬክተሮች ይሆናሉ፣
  2. የነፃና ገለልተኛ እጩዎች ጥቆማን ሳይጨምር የሁሉም ዳይሬክተሮች ጥቆማ እና ምርጫ የሚካሄደው በጉባዔው ዕለት ነው፣
  3. የባንኩ ባለአክሲዮን እራሱን ወይም ሌሎች ባለአክሲዮኖችንና ሠራተኞችን ለቦርድ አባል ዕጩነት መጠቆም ይችላል፣
  4. የጊዜያዊ የቦርድ አባላት ጥቆማ እና አስመራጭ ኮሚቴ አባል ለቦርድ አባልነት መጠቆም አይችልም፤
  5. ጥቆማ ሲሰጥ ቦርዱ በቂ የፆታ፤ የትምህርት ዝግጅትና የስራ ልምድ ስብጥር ሊኖረው የሚገባ መሆኑ ከግንዛቤ መወሰድ አለበት፤
  6. ባለአክሲዮኖች የሚጠቁሙትን ግለሰብ ወይም የሕግ ሰውነት ያለው ድርጅትን ወክሎ የሚጠቆም የተፈጥሮ ሰውን የትምህርት ደረጃ፣ የስራ ልምድ እና ሌሎች ጉዳዮችን በተመለከተ በቂና ትክክለኛ መረጃን መስጠት አለባቸው፡፡

ማሳሰቢያ፡-

  • ከላይ በወንድ ጾታ የተገለፀው ለሴት ፆታም ያገለግላል፣
  • ከአጠቃላይ የቦርድ አባላት ውስጥ ቢያንስ ሁለቱ (2) ሴቶች መሆን አለባቸው፡፡

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ.ማ. የባለአክሲዮኖች 20ኛ መደበኛ እና 11ኛ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባዔ የጉባኤ ጥሪ

በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ህዳር 13 እና 19 2017 እና የሪፖርተር ጋዜጣ ህዳር 15 እና 22 2017 ዓ.ም በተላለፈው ጥሪ መሰረት፣ በኢ.ፌ.ዲ.ሪ ንግድ ሕግ አንቀጽ 366(1)፣ 367(1) እና
አንቀጽ 370 እንዲሁም በባንኩ መመሥረቻ ፅሑፍ አንቀፅ 17(1) እና 18(1) መሠረት የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ.ማ. የባለአክሲዮኖች 20ኛ መደበኛ እና 11ኛ አስቸኳይ ጠቅላላ
ጉባኤ እ.ኤ.አ ቅዳሜ ዴሴምበር 21/2024 (ታህሳስ 12 ቀን 2017 ዓ.ም) ከጠዋቱ 2፡ዐዐ ሰዓት ጀምሮ በአዳማ ከተማ፣ አባ ገዳ አደራሽ ይካሄዳል፡፡ በመሆኑም የተከበራችሁ
የአክሲዮን ማህበሩ ባለአክሲዮኖች ወይም ሕጋዊ ወኪሎች በተጠቀሰው ቦታ፣ ቀንና ሰዓት በጉባኤው ላይ እንድትገኙልን የባንኩ የዳይሬክተሮች ቦርድ ጥሪውን ያስተላልፋል::

  1. ማህበሩን የሚመለከቱ ዋና ዋና መረጃዎች

ማህበሩ ስም፡- የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ.ማ.
የማህበሩ ዓይነት፡- በባንክ ስራ ላይ የተሰማራ አክሲዮን ማህበር
የአክሲዮን ማህበሩ ዋና መ/ቤት አድራሻ፡- አዲስ አበባ፣ ቦሌ ክ/ከተማ፣ ወረዳ 02፣ የቤ/ቁ. አዲስ

የባንኩ ድረ-ገፅ፡- https://www.coopbankoromia.com.et
የአክሲዮን ማህበሩ የምዝገባ ቁጥር:- KK/AA/3/0001918/2004

አክሲዮን ማህበሩ የተፈረመ ዋና ገንዘብ(ካፒታል)፡- 12,800,000,000.00
አክሲዮን ማህበሩ የተከፈለ ዋና ገንዘብ (ካፒታል) ፡- 11,253,744,600.00

  1. የ11ኛ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባኤ አጀንዳ

2.1 የባንኩን የመመስረቻ ጽሑፍ ለማሻሻል በቀረበው የውሳኔ ሃሳብ ላይ ተወያይቶ ማጽደቅ፣

  1. የ20ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ አጀንዳዎች

3.1 እ.ኤ.አ. ከታህሳስ 01/2023 እስከ ህዳር 30/2024 ድረስ የተደረጉ የአክሲዮኖችን ዝውውር ማጽደቅ፣
3.2 የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት የጥቆማና ምርጫ አፈፃፀም ፖሊሲ እና የአሰራር ስርዓትን ተወያይቶ ማጽደቅ፣
3.3 ጊዜያዊ የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት የጥቆማና አስመራጭ ኮሚቴ መምረጥ፣
3.4 እ.ኤ.አ. የ2023/24 የዳይሬክተሮች ቦርድ ዓመታዊ ሪፖርት ማድመጥና ተወያይቶ መወሰን፣
3.5 እ.ኤ.አ. የ2023/24 የባንኩን የውጭ ኦዲተሮች ዓመታዊ ሪፖርት ማድመጥና ተወያይቶ መወሰን፣
3.6 እ.ኤ.አ. ለ 2024/25 የውጭ ኦዲተሮችን መሾም እና ክፍያቸውን መወሰን፣
3.7 የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላትን ምርጫ ማከናወን፣
3.8 እ.ኤ.አ. በ2023/24 ሒሳብ ዓመት የተጣራ ትርፍ አደላደል እና አከፋፈል ላይ ተወያይቶ መወሰን፣
3.9 እ.ኤ.አ.የ2023/24 የዳይሬክተሮች ቦርድ ዓመታዊ ክፍያን እና የ2024/25 ወርሃዊ አበል መወሰን፡

  1. ማሳሰቢያ
    4.1. በጉባኤው መገኘት የማይችሉ ባለአክሲዮኖች ተወካዮቻቸው ሥልጣን ባለው የመንግሥት አካል ተረጋግጦ የተሰጠ የውክልና ሠነድ ዋናውና ፎቶኮፒ
    በመያዝ ወይም በንግድ ሕግ አንቀጽ 377 መሠረት ጉባዔው ከመካሄዱ ከሶስት(3) ቀናት በፊት አዲስ አበባ፣ቦሌ መንገድ ቦሌ ሩዋንዳ አከባቢ በሚገኘው
    የባንኩ ዋና መ/ቤት 7ኛ ፎቅ አክሲዮን አስተዳደር ክፍል ወይም በአቅራቢያቸው በሚገኘው የባንኩ ቅርንጫፍ በአካል በመቅረብ ለዚሁ ዓላማ በባንክ
    የተዘጋጀውን የውክልና ቅጽ ሞልተው በመፈረም ተወካይ መሾምና ተወካዩም የውክልና ማስረጃውን በመያዝ የጉባኤው ተካፋይ ለመሆንና ድምጽ ለመስጠት
    የሚችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልጻለን፡፡ ሆኖም አንድ ባለአክሲዮን በማህበሩ ጠቅላላ ጉባዔ በማናቸውም ችሎታ መወከል የሚችለው አንድ ሰው ብቻ
    መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
    4.2. የአክሲዮን ማህበሩ ባለአክሲዮኖች ወይም ሕጋዊ ወኪሎቻቸው በጉባዔው ላይ ለመሳተፍ ሲመጡ ኢትዮጵያዊ ዜግነታቸውን የሚያሳይ የታደሰ መታወቂያ
    ወይም ፓስፖርት ወይም መንጃ ፈቃድ ዋናውና ኮፒ በመያዝ በጉባዔው ላይ መሳተፍ ይችላሉ:: እንዲሁም ትውልደ ኢትዮጵያውያን የሆኑ የውጭ ሀገር ዜግነት
    ያላቸው የባንኩ ባለአክሲዮኖች ትውልደ ኢትዮጵያውያን መሆናቸውን የሚያረጋግጥ ቀኑ ያላለፈበት የኢትዮጵያ ተወላጅነት መታወቂያ ካርድ (ቢጫ ካርድ)
    ይዘው መቅረብ ያለባቸው መሆኑን በአክብሮት እናሳውቃለን፡፡
    4.3 ድርጅትን (የኅብረት ሥራ ማኅበርን ወይም ሌላ ድርጅትን) ወክሎ የሚቀርብ ተወካይ የድርጅቱ/የማህበሩ ሥራ አስኪያጅ መሆኑን የሚያረጋግጥ ማስረጃ
    ይዞ መቅረብ ያለበት ሲሆን፤አለዚያም በባንኩ የውክልና መስጫ ቅጽ መሠረት ውክልና ይዘው መቅረብ ያለባቸው መሆኑን በአክብሮት እናሳውቃለን፡፡
    4.4 በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ የባንኮች አስተዳደር መመሪያ ቁጥር SBB/91/2024 አንቀጽ 20(3) መሰረት የባንኩ የቦርድ አባላት እና የባንኩ ሰራተኞች
    ባላአክሲዮኖችን በመወከል ጉባኤው ላይ መሳተፍ አይችሉም፡፡
    4.5 ተወካዮች የሚቀበሉት የውከልና መጠን የራሳቸውን አክሲዮን ጨምሮ ከባንኩ የተፈረም ዋና ገንዘብ ከአስር በመቶ መብለጥ የለበትም፡

                                                    የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አ.ማ. የዳይሬክተሮች ቦርድ


Waamicha Yaa’ii Ariifachiisaa 11ffaa Abbootii Aksiyoonaa fi Yaa’ii Waliigalaa Idilee 20ffaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (W.A)

Maxxansaalee gaazexoota Addis Zamanii Sadaasa 13 fi 19 akkasumas Rippoortaraa Sadaasa 15 fi 22 bara 2017 akka labsametti, akkaataa Seera

Daldalaa R.F.D.I keewwata 366(1), 367(1) fi keewwata 370 akkasumas Barreeffama Hundeeffamaa baankichaa keewwata 17(1) fi 18(1) tti Baankiin

Hojii Gamtaa Oromiyaa(W.A) Yaa’ii Ariifachiisaa 11ffaa Abbootii Aksiyoonaa fi Yaa’ii Waliigalaa Idilee 20ffaa Sanbata Mudde 12, 2017 ganama

sa’aatii 2 irraa kaasee magaalaa Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti ni teessisa. Kanaafuu, kabajamtootni abbootii aksiyoonaa waldaa aksiyoonichaa,

yookaan bakka bu’ootni seera qabeeyyin, iddoo guyyaa fi sa’aatii eerametti akka nuuf argamtan Boordiin Daayrektarootaa

Baankichaa waamicha isiniif godheera

  1. Ragaalee ijoo waldicha ilaalan:

Maqaa waldichaa: Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa(W.A)

Akaakuu waldichaa: Waldaa aksiyoonaa hojii baankii irratti argamu,

Teessoo waajjira muummee waldaa aksiyoonichaa: Finfinnee, Kutaa Magaalaa Boolee, Aanaa 02, Lakk. Manaa Haaraa,

Marsariitii Baankichaa: https://www.coopbankoromia.com.et

Lakk. Galmee Waldaa Aksiyoonichaa: KK/AA/3/0001918/2004

Maallaqni Waldaa Aksiyoonichaa /Kaappitaala/ waliigalaan Mallattaa’e: 12,800,000,000.00

Maallaqa Waldaa Aksiyoonichaa /kaappitaala/ waliigalaan kaffalame: 11,253,744,600.00

2. Ajandaawwan Yaa’ii Waliigalaa Ariifachiisaa 11ffaa

2.1 Barreeffama Hundeeffamaa baankichaa fooyyessuuf yaada murtoof dhiyaate irratti mari’achuun murteessuu,

3. Ajandaawwan Yaa’ii Waliigalaa Idilee Waggaa 20ffaa

3.1 ALA Mudde 1/2023 hanga Sadaasa 30/2024tti dabarsa aksiyoonaa taasifamanii fi baay’ina abbootii aksiyoonaa raggaasisuu,

3.2 Imaammataa fi hojimaata raawwii eerinsaa fi filannoo miseensota boordii daayrektarootaa mari’atanii raggaasisuu,

3.3 Koree eerinsaa fi filannoo miseensota boordii daayrektarootaa yeroof tajaajilu filuu,

3.4 Gabaasa Waggaa Boordii Daayrektarootaa kan bara 2023/24 ALA dhaggeeffachuu fi mari’atanii murteessuu,

3.5 Gabaasa Waggaa Odiitaroota Alaa baankichaa kan bara 2023/24 ALA dhaggeeffachuu fi mari’atanii murteessuu,

3.6 Odiitaroota keessaa bara 2023/24 ALA muuduu fi kaffaltii isaanii murteessuu,

3.7 Filannoo miseensota boordii daayreektarootaa taasisuu.

3.8 Ramaddii bu’aa qulqulluu fi kaffaltii bara herreegaa ALA 2023/24 irratti mari’atanii murteessuu,

3.9 Kaffaltii waggaa Boordii Daayrektarootaa ALA bara 2023/24 fi durgoo ji’aa bara 2024/25 murteessuu,

  4. Hubachiisa

4.1. Abbootiin aksiyoonaa yaa’ii kana irratti argamuu hin dandeenye, bakka bu’ootni isaanii ragaa bakka bu’iinsaa qaama mootummaa aangoo qabuun mirkanaa’ee kenname, orijinaalaa fi koppii qabachuun ykn akkaataa Seera Daldalaa keewwata 377n yaa’iin adeemsifamuun guyyaa sadii(3) dura Waajjira Muummee baankichaa, magaalaa Finfinnee Daandii Afriikaa, naannoo maqa Imbaasii  Ruwaandaatti argamu darbii 7ffaa Kutaa Bulchiinsa Aksiyoonaatti ykn damee baankichaa isaanitti dhihoo jirutti qaamaan argamuun, unka bakka bu’iinsaa dhimma kanaaf baankichaan qophaa’e guutanii mallatteessuun bakka bu’aa muuduu fi bakka bu’aanis ragaa bakka bu’iinsaa qabachuun yaa’ii irratti hirmaachuu fi sagalee kennuu kan dandeessan ta’uu kabajaan ibsina. Haata’u malee, abbaan aksiyoonaa tokko yaa’ii waliigalaa waldichaaf dandeettii kamiinuu kan bakka buusuu danda’u nama tokko qofa ta’uu ni beeksisna.

4.2. Abbootiin aksiyoonaa waldaa aksiyoonichaa ykn bakka bu’ootni seera qabeeyyiin, yaa’icha irratti hirmaachuuf yommuu dhufan, lammummaan Itoophiyaa ta’uu isaanii kan ibsu Waraqaa Eenyummaa ykn Paaspoortii ykn Hayyama Konkolaachisummaa, orijinaalaa fi koppii isaa qabachuun yaa’icha irratti hirmaachuu ni danda’u. Akkasumas, abbootii aksiyoonaa dhalattoota Itoophiyaa lammummaa biyya alaa qaban, dhalootaan Itoophiyaa ta’uu isaanii kan mirkaneessu, waraqaa eenyummaa/kaardii keelloo/ yeroon isaa irra hin dabarre, qabatanii dhiyaachuu kan qaban ta’uu kabajaan ibsina.

4.3 Bakka bu’aan dhaabbata, (Waldaa Hojii Gamtaa ykn dhaabbata biroo) bakka bu’ee, dhiyaatu, hojii gaggeessaaa dhaabbatichaa / waldichaa ta’uu ragaa mirkaneessu qabatee dhiyaachuu ykn uunka bakka bu’iinsaa baankichaan, bakka bu’iinsa kenname qabatee dhiyaachuu kan qabu ta’uu kabajaan ibsina.

4.4 Akkaataa qajeelfama bulchiinsa baankolee Baankii Biyyoolessaa Itoophiyaa Lakk. SBB/91/2024 keewwata 20(3)n miseensotni boordii baankichaa fi hojjattootni baankichaa abbootii aksiyoonaa bakka bu’uun yaa’icha irratti hirmaachuu hin danda’an.

4.5 Hangi bakka bu’iinsaa bakka bu’ootni fudhatan, kan isaanii dabalatee kaappitaala baankichaa mallattaa’e dhibbentaa kudhan caaluu hin qabu.

Boordii DaayrektarootaaBaankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (W.A)


Coopbank Partners with InFTF to Launch Ethiopia’s First Blockchain-Powered Remittance Service

Coopbank has announced a groundbreaking partnership with InFTF, a global leader in inclusive finance, to launch Ethiopia’s first blockchain-powered remittance service. This innovative solution revolutionizes cross-border money transfers, offering faster, more secure, and affordable transactions.

As a bank committed to financial solutions, Coopbank aims to bridge financial gaps within the community through innovation and customer-centric approaches. This announcement marks a significant step toward transforming remittance services in Ethiopia.

The new service enables the Ethiopian diaspora to transfer funds quickly and securely, with transactions completed in under three seconds. It eliminates high fees traditionally associated with remittances, ensuring that more money reaches families and businesses back home.

Designed to serve underserved communities, this blockchain solution will significantly impact financial inclusion, particularly for those in remote areas, empowering families, entrepreneurs, and small businesses across Ethiopia.

At the launch event, Mr. Deribie Asfaw, CEO of Coopbank, remarked, “This partnership with InFTF represents a major step toward modernizing financial services in Ethiopia. Our goal is to provide the Ethiopian diaspora with faster, more affordable remittance solutions.”

Mr. Harath Chari, a Management Board Member of InFTF, stated, “The technology we’re advancing enables incredibly fast transaction settlements at a fraction of traditional costs, building a sustainable digital financial ecosystem accessible to everyone, especially in underserved regions.”

Mr. Aman Semir, VP of Technologies and Digital Banking at Coopbank, added, “This partnership harnesses the power of blockchain, delivering digital banking services with unmatched efficiency and enhancing the customer experience with secure, rapid, and cost-effective remittance solutions.”


Cooperative Bank of Oromia Unveils Cash Recycler Machine and Digital Incubation Center Dx-Valley 2.0

Addis Ababa, June 14, 2024 – The Cooperative Bank of Oromia has taken a significant step forward in enhancing its service delivery with the launch of the Cash Recycler Machine (CRM) and the digital innovation incubation center, Dx-Valley 2.0. These advancements mark a new era in the bank's commitment to digital solutions and customer service excellence.

During the launch event, Coopbank CEO Deribie Asfaw emphasized the bank’s 'Digital First' approach. He highlighted the innovative solutions designed to address financial challenges and set new industry standards. The new CRM ensures seamless cash withdrawals and deposits, operating continuously regardless of working hours or power outages. Equipped with its own battery and solar panels, the machine guarantees uninterrupted service, enhancing accessibility compared to traditional ATMs.

 

Vice President Awelu Abdi of the Oromia Regional Government praised the bank for its support of economic activities and preservation of community heritage and values. He addressed the bank's digital innovations as exemplary, setting a benchmark for others to follow.

The newly launched Dx-Valley 2.0 aims to nurture start-ups and drive innovation, contributing to economic growth through advanced digital solutions. This incubation center is designed to foster a culture of innovation, providing the necessary resources and support for budding entrepreneurs.

Frizer Ayalew, Director of Bank Supervision at the National Bank of Ethiopia, commended Coopbank’s commitment to technological innovation and digital financial services. He recognized the bank's efforts in ensuring comprehensive and modern financial services through these strategic initiatives.

These initiatives underscore the Coopbank’s of Oromia’s strategic focus on digital transformation. By leveraging cutting-edge technology and fostering innovation, the bank aims to provide comprehensive and modern financial services, ensuring enhanced customer satisfaction and service delivery.

 

 


Coopbank inked strategic partnership with Visa

Addis Ababa, March 19, 2024 - As a pioneer in digital financial solutions, Coopbank's alliance with Visa, a global leader in digital payments technology, signals a transformative shift in Ethiopia's financial services landscape.

Deribie Asfaw, CEO of Coopbank, emphasized the significance of this collaboration, stating that this partnership propels Coopbank's digital transformation journey, empowering the bank to deliver seamless and secure digital payment experiences to its extensive customer base, solidifying its position as a leader in the Ethiopian banking industry. He further highlighted that it marks a significant milestone in advancing the National ID Project, thus enhancing financial inclusion in Ethiopia.

Chad Pollock, Vice President for East Africa at Visa, expressed excitement about the agreement, affirming Visa's commitment to leveraging its cutting-edge digital payment technology to provide secure and convenient payment solutions to Coopbank's customers. He underscored that this collaboration represents a monumental step towards achieving a fully digitized economy in Ethiopia, promoting financial inclusion and aligning with global standards.

Visa Ethiopia Country Manager, Yared Endale, also expressed enthusiasm about the partnership and Visa's dedication to digital inclusion and secure payment solutions globally. He emphasized that this partnership enables Visa to further leverage its technology to benefit Coopbank's customers, enhancing their digital payment experiences.

Additionally, this collaboration will actively support the Ethiopian government's National ID Project, streamlining the process of account creation through digital IDs and significantly simplifying banking procedures for Ethiopian citizens, thus fostering financial inclusion on a monumental scale.

This collaboration represents a major step towards a fully digitized economy in Ethiopia, promising citizens a seamless and secure digital payment experience while reaffirming the commitment of Coopbank and Visa to transforming the country's financial landscape.


Coopbank unveils ground breaking CoopApp & CoopApp Alhuda Omni-channel platform

In a momentous celebration marking its 19th anniversary on March 8, Coopbank proudly unveiled the groundbreaking CoopApp and CoopApp Alhuda Omni-Channel platform. This cutting-edge solution signifies a pivotal moment in banking technology, underscoring Coopbank's unwavering commitment to innovation, digital transformation, and customer satisfaction through a seamless user experience.

Designed to provide customers with an integrated experience across web portals and mobile applications, these innovations ensure enhanced accessibility, convenience, and security in managing finances. With a clear focus on customer-centric excellence, Coopbank aims to elevate the digital banking journey, setting new industry standards with transformative solutions.

During the official launch, Mr. Deribie Asfaw, Coopbank's CEO, passionately emphasized Coopbank’s commitment to providing seamless, accessible, and user-friendly banking experiences for all customers. This strategic move aligns perfectly with their digital-first approach, ensuring a consistent and unified banking experience across various channels.

The president highlighted the bank's dedication to customization, enabling tailored financial products and services based on customer needs. This commitment is supported by the utilization of data analytics, providing a comprehensive 360-degree view of the customer journey, exemplifying Coopbank's unwavering dedication to delivering a consistent and unified banking experience across all touchpoints.

Developed in collaboration with globally renowned banking technology solution providers Temenos T24 and Xpert Digital, the Coop App and Coop App Alhuda Omni-channel platforms showcase Coopbank's commitment to innovation and user-friendly banking experiences.

The official launching event, held at the bank's Dx-Valley, attracted a distinguished audience including government officials, dignitaries, stakeholders, business partners, and members of the media. This unveiling serves as a testament to Coopbank's determination to reshape the banking experience for esteemed customers with innovative, unified, and user-friendly solutions.

Adding to the excitement of the celebration, a 24-hour financial tech innovation competition, the Hackathon, engaged 70 brilliant digital product developers. The event culminated in the recognition and awarding of the top three winners, highlighting the spirit of innovation and collaboration. The participation of various stakeholders, government officials, technology experts, partners, and other invited guests added to the vibrancy of the occasion. Coopbank's forward-thinking approach continues to set the stage for a dynamic and customer-centric future in the banking industry.

 


Coopbank Launches Diaspora Banking Services Website

(January 30, 2024) - Coopbank, known for its commitment to customer-centric services, convenience, and accessibility, has unveiled an AI-supported website platform tailored to provide banking services to the diaspora.

This innovative website empowers citizens living abroad to effortlessly access essential banking services from their computers or mobile phones. From opening and managing accounts to seeking consultancy services, the diaspora can now navigate banking processes with ease and convenience. By eliminating the need for in-person visits or reliance on intermediaries, this fully digital platform revolutionizes the banking experience for the diaspora community.

What sets this website apart is its AI-driven chatbot, supported by cutting-edge technology, facilitating seamless communication between customers and the bank. From submitting loan requests to obtaining information on loan repayment and cancellation, transactions are streamlined, enabling quick and efficient banking solutions. Moreover, the website caters to diaspora engaged in international trade, facilitating export and import transactions.

Speaking at the website launch, Coopbank President, Obbo Daribie Afawu, highlighted the bank's commitment to research-driven services and innovative technology. He emphasized the bank's achievements in meeting customer needs and its dedication to modernizing banking services for citizens living abroad.

With the launch of the diaspora banking website, Coopbank reaffirms its commitment to accessibility and modernization, marking another significant milestone in its journey to empower customers and foster financial inclusion.